➤ If you want to be successful, never lie to your self, face the reality.
➤ Every successful person begins with two beliefs:
First, the future can be better than the present, &
Secondly, I have the power to make it so.
➤ So, never give up.


➦ Furtuun milkaa’inaa kaayyoo, mul’ataa fi galma ofii irratti xiyyeeffachuudha malee hanqinaalee, rakkoolee, dhiibbaa jiru irratti miti.

➦ Milkaa’uu yoo barbaadde gadi of hin buusin! Dandeettii kee irratti xiyyeeffadhu!

➦ Namoonni milkaa’an kamiyyuu amantaa lama qabu:
Tokkoffaa, fuuldurri kan har’aa akka caaluu fi
Lammaffaa, ani dandeettii hojjechuu nan danda’a kan jedhuu dha.
➦ Kanaaf, abdii hin kutin!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *