Fayyummaa Dhungoon fayyaa keenyaaf qabu
Dhungoon kemikaalootaafi hormoonoota madda gammachuu tahan maddisiisa. Isaan keessaa Dooppaamiinii (dopamine) tokkoofi hangafa. Kemikaalli kun kutaa sammuu keessaa kan maddu
Yoosaad Online Learning Platform
Learn as much as you can and do all you can - Learning as high as the mountains, as wide as the seas - No limits to what one still has to learn - Ars longa, vita brevis!
fayyuummaa keenya faaya keenya
Dhungoon kemikaalootaafi hormoonoota madda gammachuu tahan maddisiisa. Isaan keessaa Dooppaamiinii (dopamine) tokkoofi hangafa. Kemikaalli kun kutaa sammuu keessaa kan maddu
Dhukkubni tiruu akkamiin dhufaa? Tiruun qaamota namni tokko jiraachuun barbaadu keessaa kan hangafaa tokko Tiruudha. Tiruun qaama tokkicha ta’ee garaa
*Gurri dhagahuuf qofa osoo hin taane,madaallii qaama keenyaa eegnee deemuu keessatti gahee guddaa qaba. *Gurri qaamota haphii kan akka dibbee
Amaloota (Bartee) Sammuu Namaa miidhan keessaa: 1.Osoo dhukkubsannuu boqochuu dhiisnee sammuu keenyaan hojii hojjachuu. 2. Hirriba ga’aa rafuu dhiisuu. Akka research
Namoonni hedduun bishaan mi’aawaa dhuguun bu’aa gaarii akka qabu arganii jiru. Qaama keessan summii akka balleessu si gargaara, bishaan akka
Abjuu qabaachuun waan barame waan ta’eef hundi keenya abjoonna. Qorattoonni akka arganitti, harki caalaan keenya abjuu mata duree walfakkaataa qabu