WANTOOTA ABJUU DHALOOTAA AJJEESAN!
1) Abdii kutannaa: Namni abdii kutate har’a qofatu itti mul’ata; fuuldurri isaa dukkana. Kanaafuu egereen kee borii akka hin dukkanoofneef
ABDII HIN KUTIIN
Abdii hin kutatin carraa fuuldura kee jiruuf of qopheessi, Kufaatiin gulantaa milkaa’ina kee itti aanu waan taheef jabaadhu! Kufaatiin cimina
Living with passion is not just a slogan or a motto
Living with passion is not just a slogan or a motto. It is a way of being that can transform
OF AMANSIISI!
┃Yoo Shɑkkite Ni Kuftɑ!┃Yoo Amɑnte Milkooftɑ!▬▬▬▬▬▬▬▬⁃ Milkɑɑ’inɑ GonfɑchuufDurɑ of ɑmɑnsiisi!⁃ Wɑntɑ Guddɑɑ YɑɑdiWɑɑn Gɑɑrii ɑrgɑmsiisi! “”⁃ Hojii Irrɑ OolchiHɑwwiif Yɑɑdɑ
Ciniinnadheen_Obsa
Namni kaayyoo guddaamaraataa fakkaata.Yeroo karaa deemuskophaa dudubbata. ilkaan isaatiin seeqeesammuun dhukkubsata.Garaan isa ciinca’eemadaa kulkulfata. Gaddaan facaaseegammachuun hammachuu.Har’a sakaalameeboru tarkaanfachuu. Kaayyootu
HAALAAN ABDI HIN KUTAATIN!
Rawwaatani Abdi kutaannan haalaan dadhabuufi mul’ata ykn kaayyo ofii irraas amantan qaban yoo gadi bu’udha! Haallikee hammam yoo sitti ulfaatellee,
Karoorri kee maali
Karoorri kee maaliNaaf ibsitaa laataa?Gaariif moo hamaafiMaaf itti rarraataa?Murteessuun ni cimaKan taa’ee yaaduufiHarkistee buusuuf mooQabattee yaabuufii?
Maraatuu haqaa!
—Gaafan qullaa deemuAti uffattee deemta“Maraatuu” naan jechuu maleeMaafan akkan maraadheNa gaafattee beektaa?Maal taate jetteettaa?Ani afuuffee mitiKan qilleensaan guutameAni hattuu miti
Eebba abbooti keenyaa
Addaaf addunyaa argadhu!Dhala ke irratti haara-galfadhu!Dubbii hamaa fi du’a hamaa ofkoliNagaan ba’ii nagaan gali Halagaan fira siif haa ta’u!Firri immoo
Life & Politics
Life and politics are two topics that often intersect and influence each other. In this blog post, I will explore
walaloo Harmee
Heloo yaa ilmottii kooTokkittii koo yaa garaaAkkam jirta nagaadhaaAn kunoo nagaan jiraa Akkam jirta ilmoo kooAkkam jiruun jireenyiIja kee arguun
