Amaloota afaanii beektu?
Afaan amala maalii qaba? Afaan seera mataa isaa qaba: kunis seerluga jedhama Afaan ni baratama Afaan Mallattoodha Afaan akka feeteedha.
Afaan Oromoon Maalii?
What’s Afaan Oromoo? Afaan oromoo afaan baay’innan Afrikaa keessatti dubbataman keessaa sadarkaa Afraffaa irra jira. Kana Jechuun Afaan Arabaa(Arebic), Afaan
