Kana Beektuu Laata?
-Simbirroota keessaa kan akkaan saffistu Peregrine falcon kan jadhamtu yoo tau sa’aatti tokko keessatti Mile240 ykn Kiloo Meetira 386 balaliiti.
-Kaarboon Moonooksaayidiin(Carbon Monixide) Daqiiqaa 15 gaditti nama ajjeessuu danda’aa.
-Ardii Antartiikaa irraa lafti cabbiin hin hagoogamiin parsantii 1% gadii.
-Dirree xayyaaraa adunyaa irraa 1/3ffaan USA keessatti argama.
-Biyyii Addunyaa kana irraa Laggeen hin qabne biyyota 17 yoo tahan isaaniis, Djibouti,Libya,Bahamas,Bahrain,Kuwait,Maldives,Oman,Qatar,Saudi Arabia,United Arab Emirates,Yemen,Malta,Vatican City,Kiribati,Nauru,Tonga,Tuvaludha.

-Mallattoon agarsiistuu tiraafikaa diimaa fi magarisaa yeroo duraaf hojiirra kan oole bara 1930 magaalaa new yorkiitti dha.

-Namni yeroo duraaf badhaasa nobelaa (nobel peace prize) badhaafame #Henry Dudand jedhama.
-Namni gurraachi yeroo duraaf ji’arra qubate #Bluford jedhama. Bara 1979 ti dha.
-Namni gurraachi yeroo duraaf ameerikaa keessatti dhalate #William Tucker jedhama. Bara 1619 kutaa biyyaa ameerikaa #Verginia keessatti dhalate.
-Mucaan biyya ingliz #Sean Istewart jedhamu waggaa 12ffaa isaatti daa’ima godhate. Akka addunyaatti abbaa umuriin isaa xiqqaa jedhameera.
-Pilaaneetoota hawaa keessa jiran keessaa juppitariin ji’a 63 qaba. Lafti irra jiraanu garuu ji’a 1 qofa qabdi.
-Dacheen keenya guyyaatti sa’aatii 24 qabdi. Pilaanetiin neptuniin garuu sa’atii 16 qofa qabdi.
-Namni yeroo duraaf gara hawwaatti imale nama biyya raashiyaa #yurigagariin jedhama. Bara 1961tti gara hawwaa deeme.
-Balaan konkolaataa yeroo duraaf bara 1891 tti #USA keessatti uumame.
– Dubartiin yeroo duraaf xiyyaara oofte lammii england #blanche scott jedhamti. Bara 1912 tti balallii jalqabaashee raawwate.
-Dubartiin yeroo duraaf hawwaa abuurte lammii raashiyaa #valentina tereshkova jedhamti.
-Dubartiin yeroo duraaf perezedaantii biyyaa tokkoo taate #isabel martinez dha. Perezedaantii argeentinaa turte.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *