Learn as much as you can and do all you can - Learning as high as the mountains, as wide as the seas - No limits to what one still has to learn - Ars longa, vita brevis!
Bruce Lee – “Yeroo hundumaa dogoggorri dhiifama qabaata, yoo walhubachuun jiraate”.
Albert Hubbard – “Waarshaan tokko hojii nama 50 hojjechuu danda’a. Waarshaan kamiyyuu yaada nama tokkoo illee hojjechuu hin danda’u”.
Robert Kiosks – “Kufaatiin warra sodaatan naasisa, moo’attoota immoo ni jabeessa”.
Abraham Lincoln – “Karaan hunda caalaatti fuuldura kee ittiin tolchitu, fuulleffachuu fi ijaaruu dhaan”.
Audrey Hepburn – “Wanti kamiyyuu ni danda’ama”. “Nothing is impossible, the word itself says “I’m possible”.
Maya Angelou – ” Ani akkan baradhetti waan ati jettu namoonni ni irraanfatu. Namoonni waan ati hojjette ni dagatu. Garuu, namoonni akkamitti akka isaan gammachiifte hin dagatan”.
Mike Ditka – “Warra Moo’attoota keessaa kan baatu yoo yaaluu dhiifte”.
Muhammad Ali – “Guyyaa hin lakkaa’in, guyyaan akka lakkaa’aman godhi”.