walaloo Harmee
Heloo yaa ilmottii kooTokkittii koo yaa garaaAkkam jirta nagaadhaaAn kunoo nagaan jiraa Akkam jirta ilmoo kooAkkam jiruun jireenyiIja kee arguun
Yoosaad Online Learning Platform
Learn as much as you can and do all you can - Learning as high as the mountains, as wide as the seas - No limits to what one still has to learn - Ars longa, vita brevis!
Heloo yaa ilmottii kooTokkittii koo yaa garaaAkkam jirta nagaadhaaAn kunoo nagaan jiraa Akkam jirta ilmoo kooAkkam jiruun jireenyiIja kee arguun
Kan silaa waliin taheeWaliin tolu deemsisaaDhahee wal balleessuudhaafDirreerra wal fiigsisa Yoo harki mirgaaf bitaaWaliif tahe diinaOrmi waliitti yaa’eeHaratee nu ciniina
Kaayyoof karoora cireeDabaan of hin wareeguuSodaadhee garaa hireeHarka kenne hin beekuu~Homaa nan sodaachisuuAn rakkoo hedduun lufeeOf duuba nan deebisuuHumni kamuu
FAAYIDAA ABOKAADOO✍ Fayyummaa Onneef✍ Fayyaa Ijaaf✍ Fayyaa Lafeef✍Kaansarii ittisuuf✍ Daa’ima fayyaa qabdu argachuuf- ‘✍Carraa muka’uu/depression/ hiri’isa- ‘✍ Gogiinsa garaa ittisa
FAYYUMMAA ASHEETA ATARAA Dr. Mohammed Kedirin 1). Bulaa’insa nyaataa fooyyessuuf2). Dhiibbaa dhiigaa to’achuu3). Fayyaa ijaa fooyyessuu4). Guddina kaanseeri dhorkuu5). Miira
▬▬▬▬▬▬▬❒ Gaaffilee kana of gaafadhuu deebii sirrii jireenya kee gargaaru deebisi! ⇘ Itti gaafatamummaa jireenyaa baachuun si gammachiisaa?⇘ Mul’ata kee
▬▬▬▬▬▬▬▬✧ Kaayyoo qabaadhu!✧ Galma qabaadhu!✧ Tarsiimoo sirriitti fayyadami!✧ Abdii hin kutatin!✧ Miira kee to’adhu!✧ Dandeettii waa murteessuu qabaadhu!✧ Mul’ata kee
Galma ifa ta’e kaa’uu Yaada barbaaduu Kufaatii irraa baradhu Galateeffannaa idileessuu Of beekuu horachuu Yaada guddinaa uumuu Qormaata haaraa hammachuu
Albert Einstein"Namni dogoggora tokkollee hin raawwanne nama waan haaraa hin hojjenne dha". Steve Jobs -"Yeroon kee daanga'aa dha, kanaafuu itti jiraachuu nama kan biraa hin balleessin". Bill Gates -"Guyyaa milkaa'inaa…
One of the most important skills you need in your professional life is emotional intelligence. Emotional intelligence is the ability