FAAYIDAA ABOKAADOO
✍ Fayyummaa Onneef
✍ Fayyaa Ijaaf
✍ Fayyaa Lafeef
✍Kaansarii ittisuuf
✍ Daa’ima fayyaa qabdu argachuuf- ‘
✍Carraa muka’uu/depression/ hiri’isa- ‘
✍ Gogiinsa garaa ittisa – faayibariidhaan kan badhaadhe waan ta’eef
✍ Xuraawaa qaama keessaa dhabamsiisuun humna ittisa qaama(immune system) dabala.
✍ Dhukkuboota hamaa ta’an ittisuuf-
✍ Fayyummaa gogaa fi rifeensa keenyaaf- viitaaminii fi albuudota fayyumaa gogaa fi rifeensa keenyaaf barbaachisan of keessa qaba.

🙏Hub: Namootni qoricha dhiiga qalli’isan kan akka ‘warfarin’ fudhachurratti argaman al takkaan nyaata akka abokaadoo kan viitaaminii K of keessaa qaban baay’isuu hin qaban. Dhiigni itituu waan danda’uuf. Kanaan alatti rakkoo tokkoo hin qabu.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *