Mallattoo 7 Miiltoon Kee Hiriyaa Kee Cimaa Ta’uu Argisiisaan
1. NAMA KAMIYYUU Caalaa ISA/ISHEE WALIIN KOLFAA FI QOOSOOTA. Dhugaadha, jireenyi yeroo tokko tokko karaa gammachuu keenya gufachiisuu dandaʼa. Gammachuu
Yoosaad Online Learning Platform
Learn as much as you can and do all you can - Learning as high as the mountains, as wide as the seas - No limits to what one still has to learn - Ars longa, vita brevis!
1. NAMA KAMIYYUU Caalaa ISA/ISHEE WALIIN KOLFAA FI QOOSOOTA. Dhugaadha, jireenyi yeroo tokko tokko karaa gammachuu keenya gufachiisuu dandaʼa. Gammachuu
1.Gaa’elli kee yeroo hunda akka turu yoo barbaadde waa’ee waan gaariis ta’ee hamaa ta’ee itti gaafatamummaa kee amanuu kee mirkaneessi.
Namoota lama ta’anii qurxummii qabuuf,laga deeman. Achi ga’anii kiyyoo isaanii darbachuu eegalan. Akkuma beekamu kiyyoon isaanii qurxummii qabee fiduu jalqabe.
Namoonni waan gaarii yaadan jireenya isaanii keessatti bu’a gaarii argatu. Guyyoota jireenya isaani keessa jiraan hundumaaf ilaalcha gaarii qabu.”Guyyaan har’aa
✵Gaafa 𝑟𝑒𝑚𝑜𝑡𝑒’dhaan bakkuma jirtu teessee Tv irraa waan feete jijjiirrattu argannoo isaa fayyadamaa jirta. ✵Gaafa 𝑠𝑤𝑖𝑡𝑐ℎ fayyadamtee ibsaa bantus argannoon
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.learnafaanoromoo
Guyyoota Torbannii Afaan oromoo English Amharic Wiixata Monday ሰኞ Kibxata Tuesday ማክሰኞ Roobii Wednesday እሮብ Kamisa Thursday ሐሙስ
Lakkoofsaa lakkaawwii Afaan OromooEnglishAmharic 1. Tokko One አንድ 2. lama Two ሁለት 3. Sadii Three ሶስት 4. Afur
Hima Sentence ዓረፍተ ነገር Himni maali? What is a sentence? Jechootni waliin caaseeffamanii dhaamsa hiika qabu tokko dabarsan
Sirna Tuqaalee Sirni tuqaalee mallaattoolee garagaraa jechoota, himootaafi gaaleewwan gidduutti fayyadamnudha. Isaanis Tuqaa (.) Qoodduu (,) Mallaattoo gaaffii (?) Mallaattoo
Wantoota afur Haadholiin Ijoollee isaanii irraa barbaadan kan maallaqni gonkumaa bituu hin dandeenye… Daawwannaa, haammachuu, bilbila bilbiluu, fi jechoota, ‘Sin
App’n kun dhimma dhuunfaan wal qabatee data sassabuu hin qabu, isin fedhaa keessaniin app kana yoo fayyadamtaan rakkoo hin qabu.
Oddeffannoon waa’ee keessanifi wantoota dhuunfaa keessan ilaalatu kam iyyuu nut ol hin fennuu. Aplikeshinnii kana fayyaadamu keessanniin kan keessan wanta