Mammaaksa
Kutaa 6ffaa Mammaaksi afoola Oromoo keessaa tokko yoo ta’u jechoota beekkumsaa fi ogummaa qaban of keessaa qaba. Mammaaksi dubbii fiduufi gabaabsanii fixuuf ykn
Faayidaalee bishaan garaa qullatti dhuguun qabu.
Namnii fayyaa tokko guyyaatti ( 9_12) cup ( kubbayaa bishaanii) ykn 2_3 litirii dhuguu qaba. Yoo kana ol dhugee litirii
Fayyummaa Dhungoon fayyaa keenyaaf qabu
Dhungoon kemikaalootaafi hormoonoota madda gammachuu tahan maddisiisa. Isaan keessaa Dooppaamiinii (dopamine) tokkoofi hangafa. Kemikaalli kun kutaa sammuu keessaa kan maddu
FAYYUMMAA TIRUU KEENYAA
Dhukkubni tiruu akkamiin dhufaa? Tiruun qaamota namni tokko jiraachuun barbaadu keessaa kan hangafaa tokko Tiruudha. Tiruun qaama tokkicha ta’ee garaa
FAYYUMMAA GURRA KEENYAA
*Gurri dhagahuuf qofa osoo hin taane,madaallii qaama keenyaa eegnee deemuu keessatti gahee guddaa qaba. *Gurri qaamota haphii kan akka dibbee
Saayikooloojiin Amala Namaa Bakka Gurguddaa Sadiitti Qoodee kaa’a.
Passive_person( Suutee) Namni kun yeroo hundaa moo’amaadha, waan namni jedhe hunda tole jedhee fudhata, waan isaaf ta’u adda baasee hin
Amaloota (Bartee) Sammuu Namaa miidhan
Amaloota (Bartee) Sammuu Namaa miidhan keessaa: 1.Osoo dhukkubsannuu boqochuu dhiisnee sammuu keenyaan hojii hojjachuu. 2. Hirriba ga’aa rafuu dhiisuu. Akka research
Gola Oromiyaa
Moggaasa maqaa Jimmaa fi seenaa Mootii abbaa jifaar Oromoon kibba lixaa kutaalee guguddaa afuritti qoodamee naannawa
Namni kamiyyuu ilaalcha qabu yoo sirreesse lafa yaade gahuu danda’a.
Yeroo tokko akka tasaa namaafi leenci bosona keessa walitti dhufanii waliin haasa’aa utuu deemanii fagoo utuu hin ga’in wal-lolan. Natu
Jireenya kee keessatti namaafis ta’e ofiif ilaalcha akkamii qabdaa? ilaalcha kee yoo gara ilaalcha sirriitti jijjiirte bor fudhatama argattaa.
Namoonni hundi ilaalcha mataasaanii qabu. Tarii akkas jedhanii yaadu taʼa: ‘Ilaalcha gaarii qabaachuuf jecha rakkina koo maaliifan dhoksa?’ ‘Hamma fedhe
