• Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf daldala garbaa mormitee akka dhaabbatu kan goote biyya – Ispeenidha

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf adabbiin du’aa (death penality) akka hafu kan labsite biyya – Venezuweelaadha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf qarshii waraqaa irratti maxxansiifte biyya – chayinaa (song dynasty)

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf Teembira poostaa (post stamp) kan eegalte,biyya – Ingiliziidha.Maqaan Teembira kanaas “Penny Black” jedhama.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf humna ibsaa bishaan irraa maddu kan eegalte – Noorweeyidha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf dubartootaaf mirga filuu kan kennite – Niwzilaand dha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf bara 1954 gibira “VAT” (Value Added tax) eegalte – Faransaay dha..

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf bara1990 gurgurtaa kaarbonii (Carbon Tax) kan jalqabde – Finlandidha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf sirna bulchiinsa dimookraatawaa eegalte Giriikiidha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf warraaqsa warshaa (Industrial revolution) jalqabde- Ingiliziidha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf alaabaa biyyoolessaa mataa ishee maxxansuu eegalte – Denmarkidha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf Teknooloojii 3G beeksifte Jaapaani dha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf karoora qusannaa maatii hojii irra oolchite – Indiyaa dha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf daandii baaburaa eegalte Ingiliziidha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf bara 1957 saatalaayitii nam-tolchee gara baldheensa waaqaatti (hawaatti) furguggiste-Ruusiyaadha.Maqaan saatalaayitii sanaa Sputnik-1 -GK- jedhamti .

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *