Gorsa laachuu
Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo
Yoosaad Online Learning Platform
Learn as much as you can and do all you can - Learning as high as the mountains, as wide as the seas - No limits to what one still has to learn - Ars longa, vita brevis!
Gorsa afaan oromoo bakka tokkootti
Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo
1. Jechoota kana sadan “Sin jaalladha”, “Galatoomi”, “Dhiifama” bakka isaan barbaachisan hundaatti utuu of hin qabiin fayyadamuu. 2. Yoo balleessaa
Leencaafi waraabessa: Leencaafi waraabessatu waliin jiraatu turan. Leenci sangaa qaba. Waraabessi immoo sa’a qaba. Isaanis dabareedhaan walii tiksaa turan. Guyyaa
1) Namoota dhihoo keenya jiran waliin hariiroo cimsachuu: #Yeroo qobaa keenya taanu (manatti yeroo keenya dabarsinu)kanatti: namoota keenya jennuun waliin
DUBBISII IRRAA BARADHUU!! 1⃣.Yoo jaalalleen kee galgala galgala qofaa si waliin haasa’uuf ykn si waliin taphachuuf si barbaada/ddi ta’e ati
. Beekamuuf osoo hin taanee beekuuf hojjedhu! . Aariin afaan kee malee sammuu kee hin siyeessu! . Namoota sobduu heedduu
Yeroo tokko intalli tokko jireenyi ishee gadadoo akka ta’ee fi akkamitti akka isheen ga’uuf deemtu akka hin beekne abbaa isheetti
Qorannoon akka agarsiisutti dubartoonni marii irratti kan xiyyeeffatanii fi mariidhaan walqunnamuuf kan carraaqan ta’uu isaaniiti. Miirri waltajjii giddugaleessaa fudhata kitaaba-xumurame
1. NAMA KAMIYYUU Caalaa ISA/ISHEE WALIIN KOLFAA FI QOOSOOTA. Dhugaadha, jireenyi yeroo tokko tokko karaa gammachuu keenya gufachiisuu dandaʼa. Gammachuu
1.Gaa’elli kee yeroo hunda akka turu yoo barbaadde waa’ee waan gaariis ta’ee hamaa ta’ee itti gaafatamummaa kee amanuu kee mirkaneessi.