As long as the road is right, you are not afraid of the long road
1. Our compensation depends on the contribution we make. The neediest aspect of giving is not within the realm of material
Yoosaad Online Learning Platform
Learn as much as you can and do all you can - Learning as high as the mountains, as wide as the seas - No limits to what one still has to learn - Ars longa, vita brevis!
Gorsa afaan oromoo bakka tokkootti
1. Our compensation depends on the contribution we make. The neediest aspect of giving is not within the realm of material
Yeroo hedduu namootni ofitti amanamummaa hinqabne akka samii urjii hinqabneeti. Ifa namoota kan biraatti kan hinaafan, gaaddidduu isaaniin dukkaneessuu kan
Kaleessa galgala, qaamni abbummaan isaa hin beekamne tokko dhufee kokkee koo na qabee, na rukutuuf natti aaggaammate. “Si ajjeesuufan dhufee,
Mul’ata jechuun maal? Mul’anni maddaa fi abdi jireenyaati. Dhugoomsaa eenyummaa keetiiti. Kennaan hunda caalu kan ilmaan namootaaf kenname kennaa ijaan
Bara durii ture! Mootii tokkotu dhagaa guddaa tokko daandii namoonni irra deeman irra keessise. Akkuma kun ta’eenis, bakka ta’e dhokatee
Nyaata yeroo nyaannu gartuu dhiiga keenya waliin kan deemu yoo nyaanne irra filatamaadha jedha saayinsiin. Gosti nyaataa tokko tokko nama
1. Loomiin vaaytaamin ‘C’ baayyinaan waan of keessaa qabuuf dhukkuboota bayyee irraa nu ittisa. 2. dhukkuba Onnee fi dhiiguu sammuu
Bunna dhuguun faayidaan fayyaaf qabu maali? Dhalli nama buna dhuguu kan eegale jaarraa 15 ffaa dha as akka ta’e ragaan
1. Hanqina jaalalaa osoo hin taane, hanqina michummaatu gaa’ila keessatti jireenya gammadaa hin taane uuma! (Fireedirich Nazaanche). 2. Of-fudhadhu, of-jaaladhu,
Dubartiin takka erga mana Abbaa fi haadha isiitii baatee heerumtee ajaja Abbaa manaa isii jala Kan seente taati kanumaan Wal
FAAYIDAA DAMMAA Dammi wantoota uumaan ilma namaa badhaase keessaa tokko ta’ee, kan dur irraa kaasee hanga ammaatti ilma namaaf akka
Akkamitti qormaataaf qayyabachuu qabdu: Qabxiilee barbaachisoo ta’an: Qoramata heddutu isiin eeggachaa jira? Haala sammuu naga qabeessa keessa jiraachu qabdu! Qoramaataaf
Yeroo tokko akka tasaa namaafi leenci bosona keessa walitti dhufanii waliin haasa’aa utuu deemanii fagoo utuu hin ga’in wal-lolan. Natu