…✍ The key to success is to focus on goals not obstacles
➤ If you want to be successful, never lie to your self, face the reality.➤ Every successful person begins with
Top 10 Lessons from “Atomic Habits” by James Clear
A habit is a routine that is performed on a regular basis, generally unconsciously. Changes that appear minor and insignificant
Positive affirmation.
▪️ I am the best▪️I am love▪️ I am a good person▪️ I am rational▪️I am beautiful▪️ I am forgiving▪️
𝐒𝐄𝐄𝐍𝐀𝐀 𝐇𝐀𝐀𝐂𝐀𝐀𝐋𝐔𝐔 𝐇𝐔𝐍𝐃𝐄𝐄𝐒𝐒𝐀𝐀 𝐁𝐎𝐍𝐒𝐀𝐀
Hundeessaa Bonsaa Fi Hadhaa Isaa Addee Guddattuu Horaa Irraa Bara 1976 nannoo Oromiyaa Godinaa lixaa shawaa Magaalaa Ambootti Dhalatee. Art
GORSOOTA GAGGAARII
▬▬▬▬▬▬▬▬ ➊. ️Hiriyɑɑ eenyummɑɑ isɑɑ hin beeknetti hin hidhɑtin! eenyummɑɑ kee si irrɑɑnfɑchiisɑ. ➋. ️Gɑrɑɑ keef jettee mɑqɑɑ keetti hin
BAANKII SAMMUU!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬❏ David Schwartz kitaaba isaa “The Magic of Thinking Big”jedhu keessatti, “SAMMUUN NAMA BAAY’EE MANA BAANKIITIIN WAL FAKKAATA” jedha. ➲
Beellama itti hin kennin!
▬▬▬▬▬▬▬▬❏ Yeroo tokko tokko waan jireenya keenya miidhuu danda’u osoo arginuu irra darbina. ● Waan dhorkamuu qabu dhorkuuf beellama itti
JIREENYA QAJEELTOO JIRAACHUUF
▬▬▬▬▬▬▬▬▬❏ Gatii Barbaachisu Baasuu:Jireenya qajeeltoo jiraachuu ni jaalanna. Garuu mul’aticha bira gahuuf gatii baasuu baay’een keenya hin barbaannu. Wanti gatiidhaan
𝗝𝗲𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝗼𝘁𝗮𝗮
✰ Nama tokkoo ol jaalatta taanaan keessa kee kan jiru memory cardii dha malee Onnee miti.Roobart Mugaabee.✰ “Mo’attoonni waan adda
Qajeelfama Jijjiiramaa /Principles of Change
Jireenya kee jijjiiruu ofii keeti jijjiramiKallattii irratti jijjiramuun barabaachisuIlaalcha nan danda’a qabaachuuHafuura hirkattummaa keessaa ba’uu.Sababa tarreessuu dhiisuu.Bellama dhiisuu /Avoiding Procrastination.Jijjiramaani
Mul’ataa fi Abjuu
Mul’atni gahuumsa yaada keenyati. Fiixee Milkaa’ina ti. Mul’atni oltuulama yaada guddaa sammuu keenya keessa jiru lubbuun keenya itti gammaddu dha.
Imala kee dursii kana hubadhu!
Imala kee dursii kana hubadhu! ‘Namni maal naan jedhaa?’n waan namni siin jedhu jijjiiree hin argamu; garuu eenyummaan kee gooftaa
