Geerarsa
Kutaa 8ffaa Geerarsa. Aadaa Oromoo: ‘Geerar geera naan jedhu, Geerarii maal na gorsuu’ Geerarsaan haala jiruufi jireenyaa himan. Miira ofii
Yoosaad Online Learning Platform
Learn as much as you can and do all you can - Learning as high as the mountains, as wide as the seas - No limits to what one still has to learn - Ars longa, vita brevis!
Kutaa 8ffaa Geerarsa. Aadaa Oromoo: ‘Geerar geera naan jedhu, Geerarii maal na gorsuu’ Geerarsaan haala jiruufi jireenyaa himan. Miira ofii
Moggaasi maqaa Oromoo biratti hariiroo uumaa fi uumamaarratti hundaa’a jedhu qorattoonni seenaa Oromoo. Hayyoonni moggaasi maqaa Oromoo ganamaa karaa jaarmiyaa
IJAA FI FAYYUMMAA IJAA Hundumtti namaa hanga jedhamun danda’amutti yoo fayyaan jiranitti waa’ee fayyummaa qaama isaanii tokkon tokkoon qaama isaaniitif
Fayyummaa Sammuu Keenyaa 1. Ciree sirriitti nyaachuu. Ciree nyaachuu dhiisuun yeroo baay’ee irra daddarbuun sammuu miidha. Akka research hedduun jedhutti
HIMA Kutaalee Himaa: 1.Gulummoo 2.Xumurtuu Tajaajila Kennu irratti hundaa’uun immoo: 1.Hima Addeessaa 2. Hima Gaaffii 3. Hima Ajajaa 4. Hima
Kutaa 7ffaa{Eebba} Eebba dhimmaafi ayyaanaaf waaqa kadhatanii fi galata galchanii ittiin jalqaban ykn xumuraniidha. Eebbi
Gaaddidduun Addeessaa taatee astiroonoomii bareedaadha. Dameen turiizimii namoota waan akkasii ilaaluu fedhaniif haala mijeessu jiraachuunsaas kanumaaf. Gaaddidduun Addeessaa kun yeroo
Kutaa 6ffaa Mammaaksi afoola Oromoo keessaa tokko yoo ta’u jechoota beekkumsaa fi ogummaa qaban of keessaa qaba. Mammaaksi dubbii fiduufi gabaabsanii fixuuf ykn
Namnii fayyaa tokko guyyaatti ( 9_12) cup ( kubbayaa bishaanii) ykn 2_3 litirii dhuguu qaba. Yoo kana ol dhugee litirii
Dhungoon kemikaalootaafi hormoonoota madda gammachuu tahan maddisiisa. Isaan keessaa Dooppaamiinii (dopamine) tokkoofi hangafa. Kemikaalli kun kutaa sammuu keessaa kan maddu
Dhukkubni tiruu akkamiin dhufaa? Tiruun qaamota namni tokko jiraachuun barbaadu keessaa kan hangafaa tokko Tiruudha. Tiruun qaama tokkicha ta’ee garaa
*Gurri dhagahuuf qofa osoo hin taane,madaallii qaama keenyaa eegnee deemuu keessatti gahee guddaa qaba. *Gurri qaamota haphii kan akka dibbee