Apps

Aplikeshinnin kun afaan oromoon kan qophaa’ee waan ta’eef dubbisaa qofaa osoo hin tanne sagalees qaba. Kanaafu, eenyumtuu itti fayyadamuuf salphaafi kan namatti toludha! Kan qophessee Barasaa Abbabaadha! Bustanii itti fayyaadamu ni dandeessu. Download here

Barrulee adda addaa argachuuf SBOO ROOBAA NUUF Donwload godhaa!

Download clicking this link

2 thoughts on “Apps”

  1. App.Kun Kadhannaa hedduu nama gargaaruudha waan ta’eef namni kamiyyuu buufatee kan irraa fayyadamuu qabuudha.kanaaf itti fayyadaman dhaamsa kooti

  2. Roobaa Nuuf nama cimaa biyya keenyaaf hojii guddaa gara fuula duratti hojjetudha jedheen amanakeessumaa guddina Afaan Oromoo irratti ga’ee olaanaa nama ba’aa jiruudha.Kanaaf hojii isaa kana hordoofaatii barumsa guddaa argadhaa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

yoosaad.com/orthodox