IYYESUUS KIRISTOOS EENYUDHA?

Utuu Addunyaan hin uumamin dhalli namaafi ergamoonni qulqulloonni haala hin beekneen Abbaa isaa isa samii irraa haadha malee dhalate. (Far. 2 : 7)
Addunyaa booda durbee Maariyaamii irraa Abbaa malee dhalate.Luqaas 2 : 6 – 11

  1. Uumaa (Waaqadha)kana sagalee Barumsaatiif Hojiiwwan Isaa Irraa Beekameera. Utuu Addunyaan hin uumamin dura amalummaa abbaa isaa wajjin ture.
    Yohaannis 1 : 2-3 Yohaannis 17 : 5 Qolaasiis 1 : 17
  2. MUCAA WAAQAYYODGHA
    Mormitoonni isaa amananiiru Yohaannis 5 : 28
    Qulqulluun pheexiroos dhugaa baheera. Gooftaanis dhugaa ba’uu pheexiroos fudhateera. Maatewoos 27 : 32 – 56 Yohaannis 6 : 69
    Gooftaan Iyyesuus kiristoos Mirkaneesseera. read more

One thought on “IYYESUUS KIRISTOOS EENYUDHA?”

  1. Goofta gooftaa Amaanu’el galannii ilma Durboo maariyaam Galannii lafaa irraa hangaa samii raamatii isaaf!
    Waaqayyoo gooftaan keenyaa nuu eguu akka gaarummaa Keenya akka arjummaa isaattii egamas ergamoota Araarsummaa durboo maariyaam nuu haa taa’uu Ameen!
    Dhugumatii waaqayyoo gooftaan waldaa kan haa eebbisuu iccitti dhoktee gooftaan isinif haa ibsuu uuuuffffffff waldaa Qulqulloota buraa maadaa bekkumsaa jechumaa qabu nuu jirradhuu! Ameeeen!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *