Utuu Addunyaan hin uumamin dhalli namaafi ergamoonni qulqulloonni haala hin beekneen Abbaa isaa isa samii irraa haadha malee dhalate. (Far. 2 : 7)
Addunyaa booda durbee Maariyaamii irraa Abbaa malee dhalate.Luqaas 2 : 6 – 11
- Uumaa (Waaqadha)kana sagalee Barumsaatiif Hojiiwwan Isaa Irraa Beekameera. Utuu Addunyaan hin uumamin dura amalummaa abbaa isaa wajjin ture.
Yohaannis 1 : 2-3 Yohaannis 17 : 5 Qolaasiis 1 : 17 - MUCAA WAAQAYYODGHA
Mormitoonni isaa amananiiru Yohaannis 5 : 28
Qulqulluun pheexiroos dhugaa baheera. Gooftaanis dhugaa ba’uu pheexiroos fudhateera. Maatewoos 27 : 32 – 56 Yohaannis 6 : 69
Gooftaan Iyyesuus kiristoos Mirkaneesseera. - IYYESUUS KIRISTOOS CUBBUU HIN HOJJENNE . KUNIS WAAN WAAQA TA’EEFIDHA.
Gooftaanis jarreen mormitoota isaa gaafatee qaanesseera. Qulqulluun pheexiroos dhugaa baheera. 1pheexiroos 2 : 21 – 22
Qulqulluun phaawuloosis Iyyesuus kiristoos cubbuu hojjechuu irraa walaba tahuu isaa Qulqullummaa isaa ibsee barreesseera. 2Qoronxoos 5 : 21 - 4. IYYESUUS CUBBUU NAMOOTAA DHIISEERA. CUBBUU DHIISUU KAN DANDA’U WAAQAYYO DUWWAADHA.
Jecha raajeffannoo Barsiisota Seeraa Maariqoos 2 : 7 Jecha amanamaaa dhugaa Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristoos Maatewoos 9 : 6 Yohaannis 8 : 11 - RAAJIIWWAN ADDAA GOCHUU ISAA.
Raajiiwwan 36 taasiseera.- Dhukkubsattoota Fayyisuu Isaa
Maatewoos 8 : 9-13; Luqaas 4 : 31-44
Luqaas 5 : 12-15
Yohaannis 4 : 43 ti hanga Yohaannis 5 : 16 dubbifadhaa. - WARRA BEELA’AAN RAAJII ISAATIIN SOOREERA.
Yohannis boqonnaa 6
Maatewoos boqonnaa 6 - DU’AA KAASEERA.
Luqaas 7 : 11 – 18
Yohaannis 11 : 1 – 46
- Dhukkubsattoota Fayyisuu Isaa
- CUBBUU NAMAAF DU’EERA.
Maatewoos 27 : 32 – 56; 2Qoronxoos 5 : 21
1pheexiroos 2 : 22 – 24; Raajii Isaayyaas 53
1Yohannis 3 : 5 – 8; 1Qoronxoos 15 : 2 – 4 - DU’A MO’EE KA’EERA.
Maatewoos 28; H.Ergamootaa 2 : 24 – 36
1Qoronxoos 15; Galaatiyaa 2 : 20
Roomaa 10 : 9 – 10; 1pheexiroos 1 : 19 – 21
1Tasaloonqee 1 : 10 Du’aa ka’umsa Du’ootaa nii amanna. - MURTOO LAACHUUDHAAF LAMMATA DEEBI’EE NII DHUFA.
- 1Tasaloonqee 4 : 13 – 18; 2Tasaloonqee 2 : 1 – 11
- 2 Qoronxoos 15 : 51 – 57; Yohannis 14 : 1 – 6
- H.Ergamootaa 1 : 11; Maatewoos 24 : 30
- M.Yohaannis 1 : 7; Yohannis 21 : 23
- Maatewoos 24 : 42 – 44; 1Yohannis 3 : 2 – 3
- Akka hojii keetti kan sitti murteessuuf , sii murteessu Kiristoos Iyyesuusidha. 2.Qoronxoos 5 : 10.