Dhiifama

waa sadi ofkeessatti qaba
a. waaqayyo kandhiifama godhu
b.  ilmanamaa kan dhiifamnita’uuf
c. kanwaqayyoof nama walitti fidan qulqullota waaqayyoo
s.ba’u3:1 waa’ee saba israa’eel
s.ba’u 12:-
nih.9:17 dhagahuufis
Luq.15:11- waa’ee namicha ijoolle lama qabuu ilmi isaa tokko qabeenya naaf hiri jechuun gaafate.

Kana Beektuu?

Guyyaa darbuuf jiru jecha hin dabarre hin dubbatiin!!!
Sammuu gowoomsaan itti baayyate sossobbii birrata!!!
Har’a lafa ta’uun bor nama ta’uuf!!!
Iccitii kee baastee namatti himuun dura maalummaa nama sanaa hubadhu!!!
Guyyaa gammachuu arguuf guyyaa gaddaa obsaan dabarsi!!!
Waan si waliin nyaateef fira sitti hin fakkaatiin!!!
God give and forgive man gate and forget!!!
Fira gaafa kolfaa dhibban qaba!!!
Continue reading

yoosaad.com/orthodox