Afaan Oromoo phrases used in the classroom Greetings
Greeting Akkam jirtu? Hello, everyone! Nagaa bultanii? Good morning, everybody. Nagaa ooltanii? Good afternoon, class. Har’a akkam jirtaa? How are
The harder you work, the luckier you are, the new year brings new breath, everything renews, are you ready?
1. Looking forward to 2023, living with heart, and working hard. 2. The harder you work, the luckier you will
Failure is the final test of perseverance
1. The most capable people are often those who keep sending ideas of success even in the most desperate circumstances.
Carraaqqiin namoota biroo caaluuf osoo hin taane, ofii fooyya’aa ta’uudha
Bakka hojiitti miila dhaabbachuu yoo barbaadde adda ta’uu, cimuu qabda yookaan ni dhabamta, hojii kee jibbita. Namoonni baay’een kun garmalee
Geepha dhuunfaa kee waan argattuuf cichuun hojjedhu!
Jireenya keessatti; wanti guddaan cimtee waan hojjettu hojjechuu keedha. Yoo ati wanta hojjettuuti cimtee hojjetta ta’e 1ffaa bahuu battu 2ffaan
Yeroo diinni hiriyyaa ta’e, hiriyyaa caalaa
Waan beeku Qabdu 1. Namni gonkumaa of duuba hin ilaalle jabaa ta’uun dirqama miti, tarii miliqaa jira ta’a; namni gonkumaa
University of Technology Sydney (UTS) 2022 PhD Scholarship – The Role of Bacterial Pathogen Behaviours in Marine Diseases
University of Technology Sydney (UTS) 2022 Ph.D. Scholarship – The Role of Bacterial Pathogen Behaviours in Marine Diseases Economic losses
Eligibility Chevening Awards are supported by the Foreign
Eligibility Ineligible applications will be rejected, so it is important that you check that you meet our eligibility criteria before
Chevening in Ethiopia New Scholarship in UK For Ethiopian
Applications for 2023/2024 Chevening Scholarships are now open! Chevening is the UK government’s international scholarships program. Funded by the Foreign,
Bara warri wal irraa fagataan wal barbaadan bara maatiifi firri kan fagoo jiraan ittin wal argaan
@all Nagaan jaalalli bakka jirtaan, Biyya jirtaan hundaatti isiniif haa ta’u jecha; Barri araara kumni 2015 kun Bara quufaa gabbinaa
walaloo/poem
Badii guddaan qaba Akka tulluu gaaraa Haraamas halaalas Walumattin hara Haqa namaas fe’adhee Akka konkolaataatti Millikoos gadinjedhu Akka obonboleettii Huubas
Jaalalli ati keessa jirtu isa kami?
Dhiirri fi shamarran kaayyoosaa irratti hundaa’uudhaan jaalala gosa 6 wal jaallatu. Isaanis:- 1) Jaalala Hinaaffaa (Diversificative Love)Jaalalli kun kallattiidhumaan hinaaffaa irraa kan maddu ta’ee,
Tokkummaa jechuun maal jechudha?
Tokkummaa jechuun maal jechudha? Waa’een tokkumma yeroo baay’e ni dubbatama, garu hojiitti hin hiikamu maaliif? Sababiwwan gurguddoo akka kanaa gadiitti
