Jechoota jaalalaa babbareedoo
1. Hanga fedhii qabdutti yeroo abdii kutatte fi garba baay’ee barbaaddu natti himi, achumaanis nan agarsiisa. 2. Kan fooyya’aa ta’e
Amanamummaa
Bara durii Mootii gaarii tokkotu jira. Mootiin kun umriin isaa gara dullummaa deemaa jira. Akkasumas dhukkubni waan isa qabee jiruuf,
Ilaalcha gadaantummaa ofirraa mulqi
Yeroo hedduu namootni ofitti amanamummaa hinqabne akka samii urjii hinqabneeti. Ifa namoota kan biraatti kan hinaafan, gaaddidduu isaaniin dukkaneessuu kan
DANDEETTII GEGGEESSUMMAA GONFACHUU
Geggeessummaan nama ga’oomsuudha malee nama gowwoomsuu miti. Geggeessummaan adeemsa imala ka’umsaafi ga’umsa of keessaa qabuudha. Kanaaf, dandeettii kana gonfachuuf adeemsa
Anaa fi Namicha!
Kaleessa galgala, qaamni abbummaan isaa hin beekamne tokko dhufee kokkee koo na qabee, na rukutuuf natti aaggaammate. “Si ajjeesuufan dhufee,
QOFUMMAA
Qofummaa kara lamaan hiikuu dandeenya. Tokko dhugumaan, namoota irraa qaamaan adda ba’anii jireenya qofaa jiraachuu yoo tahu, inni biraan utuma
Hanga kuftutti utuu hinta’in hanga milkooftutti yaali
Namni kamuu jireenyasaa keessatti bakka tokkotti kufataa yookaan milkaa’ina dhabuu isa jedhu utuu hin dhandhamatiin kan darbu hinjiru. Wanti guddaan
Abjuu/Dream
Abjuu jechuun maali?. Abjuun suuraa yookaan fakkii galma jireenya keetii isa yeroo mara sammuu tee keessatti argamuudha. Fakkiin kuni yeroo
MUL’ATA/VISSION
Mul’ata jechuun maal? Mul’anni maddaa fi abdi jireenyaati. Dhugoomsaa eenyummaa keetiiti. Kennaan hunda caalu kan ilmaan namootaaf kenname kennaa ijaan
Dhiphachuu Maaltu Fidaa?
Dhiphinni Maali Dha? Dhiphinni yommuu haalli rakkisaan si mudatu tarkaanfii qaamni kee fudhatu dha. Yeroo kanatti sammuun kee gara guutummaa
GARA-JABUMMAA
Namoonni ijoollee isaanii osoo hin hafiin namoota midhaa isaanirraan gahuu hin dandeenyerratti gocha gara jabinaa maaliif raawwatu? Ka’umsi isaa maali?
FAAYIDAA SOCHII QAAMAA/ ISPOORTII FAYYAA KEENYAAF
Sochii qaamaa gochuun fayyaa dhala namaatiif baay’ee barbaachisaadha. Haalli jireenya dhala namaa yeroo baay’ee sochii qaamaa idilee garagaraa waliin waan
Faaruu loonii(Gosa Afoolaa)
Kutaa 10ffaa Faaruu loonii faaruu ummatni Oromoo kabajaaafi jaalala loonii fi sangaaf qaban kan itti ibsataniidha. Faaruun loonii yeroo looni bobbaasani, galchani,
