Abjuu/Dream
Abjuu jechuun maali?. Abjuun suuraa yookaan fakkii galma jireenya keetii isa yeroo mara sammuu tee keessatti argamuudha. Fakkiin kuni yeroo […]
Abjuu jechuun maali?. Abjuun suuraa yookaan fakkii galma jireenya keetii isa yeroo mara sammuu tee keessatti argamuudha. Fakkiin kuni yeroo […]
Mul’ata jechuun maal? Mul’anni maddaa fi abdi jireenyaati. Dhugoomsaa eenyummaa keetiiti. Kennaan hunda caalu kan ilmaan namootaaf kenname kennaa ijaan
Dhiphinni Maali Dha? Dhiphinni yommuu haalli rakkisaan si mudatu tarkaanfii qaamni kee fudhatu dha. Yeroo kanatti sammuun kee gara guutummaa
Dhiphachuu Maaltu Fidaa? Read More »
Namoonni ijoollee isaanii osoo hin hafiin namoota midhaa isaanirraan gahuu hin dandeenyerratti gocha gara jabinaa maaliif raawwatu? Ka’umsi isaa maali?
Sochii qaamaa gochuun fayyaa dhala namaatiif baay’ee barbaachisaadha. Haalli jireenya dhala namaa yeroo baay’ee sochii qaamaa idilee garagaraa waliin waan
FAAYIDAA SOCHII QAAMAA/ ISPOORTII FAYYAA KEENYAAF Read More »
Kutaa 10ffaa Faaruu loonii faaruu ummatni Oromoo kabajaaafi jaalala loonii fi sangaaf qaban kan itti ibsataniidha. Faaruun loonii yeroo looni bobbaasani, galchani,
Faaruu loonii(Gosa Afoolaa) Read More »
Bara durii ture! Mootii tokkotu dhagaa guddaa tokko daandii namoonni irra deeman irra keessise. Akkuma kun ta’eenis, bakka ta’e dhokatee
Gufuu_Daandiikee_Irraa_Kaasi! Read More »
– “Mo’attoonni waan adda ta’e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta’een hojjetu.” Shiiv keeraa -“Muka ija qabdutti dhagaan darbatamu
Qulqullina ilkaan keenyaaf: Akkaataan nuti ilkaan itti rigannu, irgi ilkaanii keenya akka hin hubamneef akkasumas, qulqullina ilkaan keenyaa sirriitti akka
Fayyummaa Ilkaanii Read More »
Iji namaa fi bineensotaa kamiyyuu yeroo hunda imimmaan qaba. Imimmaan kun ‘Xannacha Imimmaanii’ (Lacrimal Glands) kan jedhaman keessaa madda. Hanga
Kutaa 9ffaa Taphinni ijoollee gosoota afoolaa keessaa isa tokko. Ummaatni Oromoo ol-adeemaasaa/daa’imman isaa taphoota adda addaatiin aadaa,