KAROORA DHABUUN MO’AMUU FIDA.
Namoota lama ta’anii qurxummii qabuuf,laga deeman. Achi ga’anii kiyyoo isaanii darbachuu eegalan. Akkuma beekamu kiyyoon isaanii qurxummii qabee fiduu jalqabe.
WAAN GAARII YAADU AMALEEFFADHU
Namoonni waan gaarii yaadan jireenya isaanii keessatti bu’a gaarii argatu. Guyyoota jireenya isaani keessa jiraan hundumaaf ilaalcha gaarii qabu.”Guyyaan har’aa
Nikoolaas Tesilaa Beektu laataa wanta inni addunya kanaaf buuse
✵Gaafa 𝑟𝑒𝑚𝑜𝑡𝑒’dhaan bakkuma jirtu teessee Tv irraa waan feete jijjiirrattu argannoo isaa fayyadamaa jirta. ✵Gaafa 𝑠𝑤𝑖𝑡𝑐ℎ fayyadamtee ibsaa bantus argannoon
Learn afaan oromoo android best application on play store
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.beckytech.learnafaanoromoo
Guyyootafi ji’aa
Guyyoota Torbannii Afaan oromoo English Amharic Wiixata Monday ሰኞ Kibxata Tuesday ማክሰኞ Roobii Wednesday እሮብ Kamisa Thursday ሐሙስ
Lakkoofsa lakkawwiifi lakkoofsa sadarkaa
Lakkoofsaa lakkaawwii Afaan OromooEnglishAmharic 1. Tokko One አንድ 2. lama Two ሁለት 3. Sadii Three ሶስት 4. Afur
Hima – Sentences
Hima Sentence ዓረፍተ ነገር Himni maali? What is a sentence? Jechootni waliin caaseeffamanii dhaamsa hiika qabu tokko dabarsan
Sirna tuqaallee
Sirna Tuqaalee Sirni tuqaalee mallaattoolee garagaraa jechoota, himootaafi gaaleewwan gidduutti fayyadamnudha. Isaanis Tuqaa (.) Qoodduu (,) Mallaattoo gaaffii (?) Mallaattoo
Wantoota afur Haadholiin Ijoollee isaanii irraa barbaadan
Wantoota afur Haadholiin Ijoollee isaanii irraa barbaadan kan maallaqni gonkumaa bituu hin dandeenye… Daawwannaa, haammachuu, bilbila bilbiluu, fi jechoota, ‘Sin
Privacy sirna galatoo
App’n kun dhimma dhuunfaan wal qabatee data sassabuu hin qabu, isin fedhaa keessaniin app kana yoo fayyadamtaan rakkoo hin qabu.
Qubee Afaan Oromoo
Qubee Afaan Oromoo QUBEE: jechuun barumsa afaan Oromo keessatti mallattoo adda addaa yoo sagaleewwan garagaraa barreessinu kan walitti dhufee bakke
SeerLuga Afaan Oromoo
Seer-luga jechuun maalii? Afaan Oromoon hoo seer-luga akkami qaba? Seer-Luga: Jechi jedhuu jechoota LAMA(2) irraa uumame. Kunis Seeraafi Lugaa jecha
