Dur durii/oduu durii
Leencaafi waraabessa: Leencaafi waraabessatu waliin jiraatu turan. Leenci sangaa qaba. Waraabessi immoo sa’a qaba. Isaanis dabareedhaan walii tiksaa turan. Guyyaa
Yoosaad Online Learning Platform
Learn as much as you can and do all you can - Learning as high as the mountains, as wide as the seas - No limits to what one still has to learn - Ars longa, vita brevis!
Leencaafi waraabessa: Leencaafi waraabessatu waliin jiraatu turan. Leenci sangaa qaba. Waraabessi immoo sa’a qaba. Isaanis dabareedhaan walii tiksaa turan. Guyyaa
Xiin-sammuu: Nama sobduu ta’e ilaalanii adda baasuun ni danda’amaa? Ilaaluun qofa nama sobduu ta’e addan baasu hin dandeessani. Oggeessoti xiinsammuu
Seenaan Oromoo Gullallee akkuma seenaa Oromoota kaanii nama gaddisiisa, nama boochisa, haaridhaan ilkaan nama ciniinnachiisee, xiiqii garaa nama kaayee, booree
ABCD… Qawween koo boraatiin koo Kan rasaasa liqimsu Yaada garaa koo keessaa Danda’ee naaf hin ibsuu Rasaasa itti guuttadhee Gaafan
Oromoon manni yoo gubate manni gubate hin jedhani gabbate ykn bishaantu keessa yaa’e jedha malee. Oromoon dubartii takka yoo ulfoofte
Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf daldala garbaa mormitee akka dhaabbatu kan goote biyya – Ispeenidha Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf
1) Namoota dhihoo keenya jiran waliin hariiroo cimsachuu: #Yeroo qobaa keenya taanu (manatti yeroo keenya dabarsinu)kanatti: namoota keenya jennuun waliin
Namni bakka golii hin beekne akkamitti kubbaa galchuu danda’a?namni kallatti goolii hin beekne akkamitti gara gooliitti kubbaa dhiituu danda’a?hojiin keenya
DUBBISII IRRAA BARADHUU!! 1⃣.Yoo jaalalleen kee galgala galgala qofaa si waliin haasa’uuf ykn si waliin taphachuuf si barbaada/ddi ta’e ati
Kan akka jalalaa jaalatamuufi faarfamu jira hinfakkaatu. Hundi jaalachuufi jaalatamuu fedha. Bineensotaafi allaattiis dabalatee. Jaalalli gammachuu qaba. Jaalalli, seeraan hin
. Beekamuuf osoo hin taanee beekuuf hojjedhu! . Aariin afaan kee malee sammuu kee hin siyeessu! . Namoota sobduu heedduu
Eessaa akkan siif jalqabu ana rakkisa; Addunyaa kana irratti namni jaalalaaf jedhee murtoo murteesseen jaalala dhugaa dhabe ana tahuu hin
“Ati dhuguma gurbaa bareedaadha, garuu hiriyyaa qofa ta’uu dandeenya” – Meeqa keessantu deebii akkanaa yeroo jaalala keessaniif gaaffii dhiheessitan dhageessan,