Kana Beektuu?

Guyyaa darbuuf jiru jecha hin dabarre hin dubbatiin!!!
Sammuu gowoomsaan itti baayyate sossobbii birrata!!!
Har’a lafa ta’uun bor nama ta’uuf!!!
Iccitii kee baastee namatti himuun dura maalummaa nama sanaa hubadhu!!!
Guyyaa gammachuu arguuf guyyaa gaddaa obsaan dabarsi!!!
Waan si waliin nyaateef fira sitti hin fakkaatiin!!!
God give and forgive man gate and forget!!!
Fira gaafa kolfaa dhibban qaba!!!
Continue reading

2 thoughts on “Kana Beektuu?”

Leave a Reply to Oliyaad Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *