BAACHHII AFAAN OROMOO YUNIVARSITII WALLAGGAAN BARA2008
Q0PHAHEEF
miseensa Qalbii jijjirrannaaf kutaa lallaba Wangeelaatiif
Maqaa Abbaa kan Ilmaa kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokkootiin
Ameen!
“Afaan hin beekamneen sagalee kuma kudhan dubbachuurra, warra kaan
barsiisuudhaaaf qalbii kootiin sagalee hiikaa qaban shan duwwaa dubbachuu
nan jaaladha”1Qor 14:19
Ergaa Phaawuloos kana hubattaniittuu? Jechi “sagalee shan’’ jedhu maal akka
ibsu hoo? Deebiin isaa akka abbootni amantaa Ortodooksii hoogganaa turan fi
Qulqullootni Hafuuraan hiikaniin kunoo akka armaan gadiitti gabaabsinee
Dhiyeessineerra. Waaqayyoo laphee ittiin hubannu nuuf yaa ibsu. Dogongorri
jechootaa yoo uumame nu hoofkalchaa.
Jechi sagalee (Dubbiiwwan shan) jedhu kan ibsu bu’uura amantaa kan ta’an
Iccitiiwwan shan akka jiran beeksisuufi.
continue reading
Baayyee gaariidha namatti tola akkasumatti itti fufaa.
Waaqayyoo sagalee jireeenyaa isin haa dhageessisu.
Ameen. Hunduma keenya waaqayyoo sagallee jireenya nuu haa dhageessisu.
Dhugaa baay’ee gaariidha Barumsaa guddaa kennaa jirraataa.iti fufii waaqayyoo Gooftaa ogummaa isaa did yaa baay’isuu jabbadhu.