[youtube https://www.youtube.com/watch?v=XgMotMABbGE&w=560&h=315]
Aplikeshinnin kun afaan oromoon kan qophaa’ee waan ta’eef dubbisaa qofaa osoo hin tanne sagalees qaba. Kanaafu, eenyumtuu itti fayyadamuuf salphaafi kan namatti toludha! Kan qophessee Barasaa Abbabaadha! Bustanii itti fayyaadamu ni dandeessu. download through this or download