kutaa – 1: Hiikaa sirnaa qidaassee (sirnaa qulqullessaa)

Sirnaa: jechii jedhuu jechaa gi’iizi ‘Seeri’a serra’ kan jedhuu irraa dhufee. Hiikni isaas:

  • seera
  • Heeraa
  • Hojiimata
  • Sagantaa jechuudha.

Qidaassee jechuun immoo:

  • Qulqullessee
  • Eebbissee
  • Galatteeffattee
  • Ol ol kassee (Jajjaattee)
  • Ol kassee (Jabbeesse)
  • Waamattee
  • Ni qoode
  • Waaqayyoof fillee laate kan jedhuu keessaa kan bahee yeroo ta’uu hiikni isaas
  • Qulqulleessuu
  • Eebbisuu
  • Galatteeffachuu jechuudha.

Sirna Qidaassee jechuun immoo Sagantaa galatteffanaa yookiis sirnaa galatteffanaa jechuudha. Kana malees Kadhannaa sirnaa qurbannaas ni jedhamaa. Sirnii qiddaassee kutaallee gurguddoo saddiitti qoodama. Isaaniis

  1. Kutaa qoophi qiddaassee (የቅዳሰ ዝግጅት ክፍል / የግብዓተ መንጦኢት/ ሥርዓተ ግብጽ Jedhamaa. Kutaan kuniis “ኦ

2. Kutaa barumsaa wangellaa, galatteeffannaf gorsaa, Akkaa barteetti Sirnaa qidaassee jedhamaa. Wangeellii qulqulloota, Raajjiin qulqullootaa, Ergaan dukkaa bu’oottaa ni dubbiiffamaa, ni hiikamaa.

3. Kutaa kadhannaafi galateeffaana jedhamaa.

Afuura Waaqayyoon kan hojjetan hunduu immoo ijoollee Waaqayyooti

Duuka bu’ummaan ajaja Waaqummaa Goofta keenya Iyyasuus kiristoos “Iyyarusaalemitti ,Yihuudatti ,Samaariyaattis hanga daangaa lafaatti dhugaa baatota koo ni taatu” Duk 1:8 jedhe bu’uura godhachuun ”Deemaa barsiisaa” kan jedhe hojiin(gochaan) rawwachuu dha. https://afanoromobatch.files.wordpress.com/2020/01/afuura-waaqayyoon-kan-hojjetan-hunduu-immoo-ijoollee-waaqayyooti.docx

[simple-payment id=”1180″]

Duuka bu’aa jechi jedhu “deeme” kan jedhu  irraa kan argame/kan dhufe dha.Duuka bu’aa jechuun kan ergame ,kan filatame fi Waqqayyoon kan waamame ,tajaajilaaf kan ariifatu ,daandii qulqullootaa kan hordofu, kaka’umsaa fi ga’umsaa kan qabu fi ergama duuka bu’ummaa hojiidhan kan agarsiisu jechuu dha.