Waalaloo D/n Haayiluu Dabalaa

BAGA GAMMADDAN BAGUMA GAMMANNEE
Maqaa Abbaaf Ilmaa Afuura Qulqulluu
sadan Waaqa tookkoottii amannee kan bullu
Maatiiwwan Waaqaayyo ashamaa akkam jirtu
Naguma keessanii xiqqaaf guddaan martuu
Kana dhaggeeffadhaa isa hin beekneef hirtuu
Abboliif harmoolii dargaggoof shamarree
Yeroo teenyee yaannu waan taanee dabarree
Continue reading

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *