Abjuu/Dream
Abjuu jechuun maali?. Abjuun suuraa yookaan fakkii galma jireenya keetii isa yeroo mara sammuu tee keessatti argamuudha. Fakkiin kuni yeroo
MUL’ATA/VISSION
Mul’ata jechuun maal? Mul’anni maddaa fi abdi jireenyaati. Dhugoomsaa eenyummaa keetiiti. Kennaan hunda caalu kan ilmaan namootaaf kenname kennaa ijaan
Dhiphachuu Maaltu Fidaa?
Dhiphinni Maali Dha? Dhiphinni yommuu haalli rakkisaan si mudatu tarkaanfii qaamni kee fudhatu dha. Yeroo kanatti sammuun kee gara guutummaa
GARA-JABUMMAA
Namoonni ijoollee isaanii osoo hin hafiin namoota midhaa isaanirraan gahuu hin dandeenyerratti gocha gara jabinaa maaliif raawwatu? Ka’umsi isaa maali?
FAAYIDAA SOCHII QAAMAA/ ISPOORTII FAYYAA KEENYAAF
Sochii qaamaa gochuun fayyaa dhala namaatiif baay’ee barbaachisaadha. Haalli jireenya dhala namaa yeroo baay’ee sochii qaamaa idilee garagaraa waliin waan
Faaruu loonii(Gosa Afoolaa)
Kutaa 10ffaa Faaruu loonii faaruu ummatni Oromoo kabajaaafi jaalala loonii fi sangaaf qaban kan itti ibsataniidha. Faaruun loonii yeroo looni bobbaasani, galchani,
Gufuu_Daandiikee_Irraa_Kaasi!
Bara durii ture! Mootii tokkotu dhagaa guddaa tokko daandii namoonni irra deeman irra keessise. Akkuma kun ta’eenis, bakka ta’e dhokatee
Jecha beektotaa~
– “Mo’attoonni waan adda ta’e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta’een hojjetu.” Shiiv keeraa -“Muka ija qabdutti dhagaan darbatamu
Fayyummaa Ilkaanii
Qulqullina ilkaan keenyaaf: Akkaataan nuti ilkaan itti rigannu, irgi ilkaanii keenya akka hin hubamneef akkasumas, qulqullina ilkaan keenyaa sirriitti akka
Tapha ijoollee
Kutaa 9ffaa Taphinni ijoollee gosoota afoolaa keessaa isa tokko. Ummaatni Oromoo ol-adeemaasaa/daa’imman isaa taphoota adda addaatiin aadaa,
