Gufuu_Daandiikee_Irraa_Kaasi!
Bara durii ture! Mootii tokkotu dhagaa guddaa tokko daandii namoonni irra deeman irra keessise. Akkuma kun ta’eenis, bakka ta’e dhokatee
Jecha beektotaa~
– “Mo’attoonni waan adda ta’e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta’een hojjetu.” Shiiv keeraa -“Muka ija qabdutti dhagaan darbatamu
Fayyummaa Ilkaanii
Qulqullina ilkaan keenyaaf: Akkaataan nuti ilkaan itti rigannu, irgi ilkaanii keenya akka hin hubamneef akkasumas, qulqullina ilkaan keenyaa sirriitti akka
Tapha ijoollee
Kutaa 9ffaa Taphinni ijoollee gosoota afoolaa keessaa isa tokko. Ummaatni Oromoo ol-adeemaasaa/daa’imman isaa taphoota adda addaatiin aadaa,
Wantoota Hiriyyummaa Keenya Miidhan
1.Tilmaama : Waan qabatamaa hin taane akka yaannutti tilmaamun jaalala balleessa. Dubartii wayii biratti yeroo baay’ee waan agarteef qofa kun
Wantoota walxaxaa ta’an salphaatti hojjedhu, wanta salphaa irra deddeebi’ii hojjedhu
1. Wantoota walxaxaa ta’an salphaatti hojjedhu, wanta salphaa irra deddeebi’ii hojjedhu, wanta irra deddeebi’amu garaadhaan hojjedhu obsi, akka wanti hojjetamuu
Gartuun dhiigakee kami?
Nyaata yeroo nyaannu gartuu dhiiga keenya waliin kan deemu yoo nyaanne irra filatamaadha jedha saayinsiin. Gosti nyaataa tokko tokko nama
FAAYIDAA LOOMII (XUUXXOO)
1. Loomiin vaaytaamin ‘C’ baayyinaan waan of keessaa qabuuf dhukkuboota bayyee irraa nu ittisa. 2. dhukkuba Onnee fi dhiiguu sammuu
FAAYIDAA QULLUBBII ADII
1.nyaatni akka daaakamu taasisa 2.Baakteeriyoota adda addaa garaa keessa jiran ajjeesa 3.Ittitu dhiigaa ni hambisa 4.kolostiroolii kufamuu ni hir’isa 5.Dhiphina
BUNA FI FAYYAA
Bunna dhuguun faayidaan fayyaaf qabu maali? Dhalli nama buna dhuguu kan eegale jaarraa 15 ffaa dha as akka ta’e ragaan
