Fiixeerra sangaatu jiraa!
SANGAATU JIRA! 👉Guyyaa tokko namicha tokkotu hiriyyaa isaa hidhamee ture tokko gaafachuuf mana hidhaa deeme. Achi ga’ees akka carraa namni
OSOO SI TA’EE MAAL GOOTA?
Jaalaleewwa lamatu turan. Isaanis akka ajaa’ibaa kanatti wal jaalatu. Wal malee hin deeman, hin taa’an, hin nyaatan. Sababuma kanaan maqaa
Wallalummaa
LAFA ATI LIXXE LIXEEN…. 👉Namoota lamatu ollaa jiraatu turan. Lachuun isaanii machaa’uudhaan beekamu. Baay’ee wal jaallatu. Inni tokko dureessa, inni
JECHA HAYYOOTAA!
1. Hanqina jaalalaa osoo hin taane, hanqina michummaatu gaa’ila keessatti jireenya gammadaa hin taane uuma! (Fireedirich Nazaanche). 2. Of-fudhadhu, of-jaaladhu,
Walaloo waa’ee tokkummaa
Oromoo tokkummaa ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ Oromummaa dhiigaa Hundee Sab-boonummaa Daawitii Sabaadhaa Gaaddisa tokkummaa Afaan tokko qabnaa Aadaa tokko qabnaa Seenaa tokko qabnaa
Haadha manaa
Dubartiin takka erga mana Abbaa fi haadha isiitii baatee heerumtee ajaja Abbaa manaa isii jala Kan seente taati kanumaan Wal
Haadha manaa koo dhiira kan biraaf kennaan jiraa?
Haadha Manaa koo dhiira kan biraaf kennaan jiraa?* Roobsan fi Daraartuun erga wal fuudhanii waggaa sagal ta’eera. Haa ta’u malee,
KENNAA FI JAALALA.
jaalallee keef kennaa(gift) kennitee beektaa?. Yoo Kennite ta’e kennichi gatiin isaa mi’aa(qaalii)dha moo Bushaadha(Salphaadha?)? Kennaan kee jaalala kee guutummaatti ibsuu
Durba Morma Lamaa
Durba Morma Lamaa Dur dur namichi tokko ilma tokko qaba ture. Innis, ilmi isaa kun akka fuudhee ijoollee horatu hawwii
Mala Qayyabannaa/qo’annaa gorsa barattootaaf
Akkamitti qormaataaf qayyabachuu qabdu: Qabxiilee barbaachisoo ta’an: Qoramata heddutu isiin eeggachaa jira? Haala sammuu naga qabeessa keessa jiraachu qabdu! Qoramaataaf
Kana beektuu laataa?
Kana Beektuu Laata? -Simbirroota keessaa kan akkaan saffistu Peregrine falcon kan jadhamtu yoo tau sa’aatti tokko keessatti Mile240 ykn Kiloo
Oduu haala yeroo
Waraanni Somaaliyaa uggura hoteelaa al-Shabaabiin sa’aatii 30’f ture xumura itti tolchuu hime. Waraanni Somaaliyaa hidhattoota al-Shabaab hoteela magaalaa guddoo biyyattiitti
