Karaan kamiyyuu sigeessa furtuu galmaaqabaachuu
Namni bakka golii hin beekne akkamitti kubbaa galchuu danda’a?namni kallatti goolii hin beekne akkamitti gara gooliitti kubbaa dhiituu danda’a?hojiin keenya
JECHOOTA ROBERT MUGABE KEESSAA MURAASA.
DUBBISII IRRAA BARADHUU!! 1⃣.Yoo jaalalleen kee galgala galgala qofaa si waliin haasa’uuf ykn si waliin taphachuuf si barbaada/ddi ta’e ati
Jaalalli dhugaan isa kami?
Kan akka jalalaa jaalatamuufi faarfamu jira hinfakkaatu. Hundi jaalachuufi jaalatamuu fedha. Bineensotaafi allaattiis dabalatee. Jaalalli gammachuu qaba. Jaalalli, seeraan hin
Gorsa Fudhadhu Si Gargaara.
. Beekamuuf osoo hin taanee beekuuf hojjedhu! . Aariin afaan kee malee sammuu kee hin siyeessu! . Namoota sobduu heedduu
Gaabbii Jaalala keessaa
Eessaa akkan siif jalqabu ana rakkisa; Addunyaa kana irratti namni jaalalaaf jedhee murtoo murteesseen jaalala dhugaa dhabe ana tahuu hin
Sababoota Xiin-sammuu 5fi namootni gaariin yeroo hundaa jaalalee barbaadan hin argatan
“Ati dhuguma gurbaa bareedaadha, garuu hiriyyaa qofa ta’uu dandeenya” – Meeqa keessantu deebii akkanaa yeroo jaalala keessaniif gaaffii dhiheessitan dhageessan,
Jireenyi hunduu hirkatanii, guddifachuufi jijjiiruudha.
Yeroo tokko intalli tokko jireenyi ishee gadadoo akka ta’ee fi akkamitti akka isheen ga’uuf deemtu akka hin beekne abbaa isheetti
Learn afaan oromoo android apps
Learn Afaan Oromoo Using Android Apps Previous Next This android app is our official learn Afaan Oromoo app and it
Ani waan addaa miti, ani namuma
Ani waan addaa miti; nama waliigalaa yaada waloo qabu qofa, ani immoo jireenya waloo jiraadheera. Siidaaleen anaaf kennaman hin jiran
Dhukkubbii Onnee, Garaa Garaa, Dhukkubbii Lafee fi Maashaalee Akkaataa Bishaan Jinjibila Hojjennu
Namoonni hedduun bishaan mi’aawaa dhuguun bu’aa gaarii akka qabu arganii jiru. Qaama keessan summii akka balleessu si gargaara, bishaan akka
Dubartii Beektuu Gonkumaa Hin Sobin
Dubartoonni sammuu qara olaanaa kan qaban yoo ta’u, yaada cimaa dhiironni hubachuu hin dandeenye qabu. Kanaafuu, gorsi keenya dhiirota Lafa
Abjuuwwan 8 fi Hiika Isaanii.
Abjuu qabaachuun waan barame waan ta’eef hundi keenya abjoonna. Qorattoonni akka arganitti, harki caalaan keenya abjuu mata duree walfakkaataa qabu
Faalasama Xiin-sammuu 12 Haala Hawaasummaa Keessatti Faayidaa Argachuuf Si Gargaaru.
Kunniin faalasama saayikoloojii baay’ee gaarii ta’aan tokko tokko kanneen bu’aa haala hawaasummaa kamiyyuu fooyyessuuf si gargaaranidha. #1. Nama tokkorraa waa’ee
