ADDOOYYEE
Addooyyeen, aadaa Oromoo keessatti, sirna ittiin durbi lama umurii isaanii guutuu obboleetti walii ta’uuf waada itti walii galani. Hiriyummaan uummata Oromoo biratti aadaa kabaja guddaa qabu. Aadaa hiriyummaa Oromoo keessaa…
Yoosaad Online Learning Platform
Learn as much as you can and do all you can - Learning as high as the mountains, as wide as the seas - No limits to what one still has to learn - Ars longa, vita brevis!
Addooyyeen, aadaa Oromoo keessatti, sirna ittiin durbi lama umurii isaanii guutuu obboleetti walii ta’uuf waada itti walii galani. Hiriyummaan uummata Oromoo biratti aadaa kabaja guddaa qabu. Aadaa hiriyummaa Oromoo keessaa…
Haadha manaafi abbaa manaa tokkotu wajjin jiraachaa ture. Haati manaa kun, “Otuun abbaa manaa koo dhiisee deemee akkam ta’aa laata?”
#AMANAMUMMAA Bineensota jiran keessaa Gugeen baay’ee garramiidha. Garaan isaaniis afaan isaanis tokko. Wal hin gowwomsan. Afaaniin wal kuulaa boolla waliif
Afoola kutaa 1ffaa Afoolli; jecha dhalootaa dhalootatti afaaniin darbaa dhufeedha. Ummatni duudhaa, aadaa, muuxannoo, mudannoo seenaa fi dhimma hawwaasummaa
Sireerran bahe malee anoo ammayyuu hin ciifne yaadakee eeguuf malee Jaalallikee nan dhiifnee, danda’ee hin ilaaluu natti ifa akka aduuuu
Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo
GABRUMMAA GARA GIIFTUMMAA Ummata hedduu biratti keessattu ummata Oromoo biratti seenaa intala Oromoo tokko jaarra 19ffaa keessatti akka gabratti biyyaa
1 Gaaftokko Hayilee Gabrasillaasee walakkaa magaalaa finfinnee dhaabbatee bilbilaan haasa’aa ture. Tasa osoo inni hin argin dargaggeessi hattuun tokko duubaan
Masaraan kuni hektaara 40 kan bal’atu yoo ta’u bal’ina isaarra kan ka’e bakkeewwan kana 5’tti hirani ilaalu. Tokkoffaa boroo masaraa
1. Jechoota kana sadan “Sin jaalladha”, “Galatoomi”, “Dhiifama” bakka isaan barbaachisan hundaatti utuu of hin qabiin fayyadamuu. 2. Yoo balleessaa
Hennaan yeroo taateen (gochi) wayii itti raawwatameefi raawwatamu kan ibsuudha. Yeroo raawwii waan tokkoo adda baasee kan ibsuudha. Akka walii
Leencaafi waraabessa: Leencaafi waraabessatu waliin jiraatu turan. Leenci sangaa qaba. Waraabessi immoo sa’a qaba. Isaanis dabareedhaan walii tiksaa turan. Guyyaa