Ciniinnadheen_Obsa
Namni kaayyoo guddaamaraataa fakkaata.Yeroo karaa deemuskophaa dudubbata. ilkaan isaatiin seeqeesammuun dhukkubsata.Garaan isa ciinca’eemadaa kulkulfata. Gaddaan facaaseegammachuun hammachuu.Har’a sakaalameeboru tarkaanfachuu. Kaayyootu
HAALAAN ABDI HIN KUTAATIN!
Rawwaatani Abdi kutaannan haalaan dadhabuufi mul’ata ykn kaayyo ofii irraas amantan qaban yoo gadi bu’udha! Haallikee hammam yoo sitti ulfaatellee,
Karoorri kee maali
Karoorri kee maaliNaaf ibsitaa laataa?Gaariif moo hamaafiMaaf itti rarraataa?Murteessuun ni cimaKan taa’ee yaaduufiHarkistee buusuuf mooQabattee yaabuufii?
Maraatuu haqaa!
—Gaafan qullaa deemuAti uffattee deemta“Maraatuu” naan jechuu maleeMaafan akkan maraadheNa gaafattee beektaa?Maal taate jetteettaa?Ani afuuffee mitiKan qilleensaan guutameAni hattuu miti
Eebba abbooti keenyaa
Addaaf addunyaa argadhu!Dhala ke irratti haara-galfadhu!Dubbii hamaa fi du’a hamaa ofkoliNagaan ba’ii nagaan gali Halagaan fira siif haa ta’u!Firri immoo
Life & Politics
Life and politics are two topics that often intersect and influence each other. In this blog post, I will explore
walaloo Harmee
Heloo yaa ilmottii kooTokkittii koo yaa garaaAkkam jirta nagaadhaaAn kunoo nagaan jiraa Akkam jirta ilmoo kooAkkam jiruun jireenyiIja kee arguun
walaloo
Kaayyoof karoora cireeDabaan of hin wareeguuSodaadhee garaa hireeHarka kenne hin beekuu~Homaa nan sodaachisuuAn rakkoo hedduun lufeeOf duuba nan deebisuuHumni kamuu
FAAYIDAA ABOKAADOO
FAAYIDAA ABOKAADOO✍ Fayyummaa Onneef✍ Fayyaa Ijaaf✍ Fayyaa Lafeef✍Kaansarii ittisuuf✍ Daa’ima fayyaa qabdu argachuuf- ‘✍Carraa muka’uu/depression/ hiri’isa- ‘✍ Gogiinsa garaa ittisa
FAYYUMMAA ASHEETA ATARAA
FAYYUMMAA ASHEETA ATARAA Dr. Mohammed Kedirin 1). Bulaa’insa nyaataa fooyyessuuf2). Dhiibbaa dhiigaa to’achuu3). Fayyaa ijaa fooyyessuu4). Guddina kaanseeri dhorkuu5). Miira
