Dhala namaaf ilaalcha akkamii qabduu?
Abbaan Murtii Addunyaa Kanarraa Eenyutu Namatti Tolaa?” Ameerikaatti mucaan ganna 15 tokko mana daldalaa tokko keessaa hatuun qabamee, yeroo miliquuf […]
Dhala namaaf ilaalcha akkamii qabduu? Read More »
Abbaan Murtii Addunyaa Kanarraa Eenyutu Namatti Tolaa?” Ameerikaatti mucaan ganna 15 tokko mana daldalaa tokko keessaa hatuun qabamee, yeroo miliquuf […]
Dhala namaaf ilaalcha akkamii qabduu? Read More »
Kutaa 3ffaa Sheekkoo Sheekkoon gosa afoolaa keessaa tokko ta’ee falaasama bifa seenaan dubbii bineensotaa, meeshaa fi namaan safuu,
Namoonni hedduun ammoo hiriyummaadhaan, jaalalaan yeroo murtaa’e erga dabarsaniin booda gara bulti ijaarratanii waliin jiraachuutti cehu. Seenaan jaalalaa fi bultii
Dubartiin Biraazil tokko ijoollee ishee lama waliin mana keessatti hidhamtee waggoota 17f akka turte himte. Yakka kana kan irratti irratti
Abishee Garbaa abbaa duulaa (mootii jechuunis ni danda’ama) ummata Oromoo naannoo horroo jiraachaa turee yoo ta’u goota beekkamaadha. Abbaan Abiishee Garbaa Hurruubaa
Seenaa Abiishee Garbaa Read More »
Addooyyeen, aadaa Oromoo keessatti, sirna ittiin durbi lama umurii isaanii guutuu obboleetti walii ta’uuf waada itti walii galani. Hiriyummaan uummata Oromoo biratti aadaa kabaja guddaa qabu. Aadaa hiriyummaa Oromoo keessaa tokko
Haadha manaafi abbaa manaa tokkotu wajjin jiraachaa ture. Haati manaa kun, “Otuun abbaa manaa koo dhiisee deemee akkam ta’aa laata?”
wal shakkuun bu’aas miidhaas qaba garuu, shakkiin baay’isuun miidhaa fida. Read More »
#AMANAMUMMAA Bineensota jiran keessaa Gugeen baay’ee garramiidha. Garaan isaaniis afaan isaanis tokko. Wal hin gowwomsan. Afaaniin wal kuulaa boolla waliif
Gugee/Bullaallaa/Makoodii Read More »
Afoola kutaa 1ffaa Afoolli; jecha dhalootaa dhalootatti afaaniin darbaa dhufeedha. Ummatni duudhaa, aadaa, muuxannoo, mudannoo seenaa fi dhimma hawwaasummaa
Sireerran bahe malee anoo ammayyuu hin ciifne yaadakee eeguuf malee Jaalallikee nan dhiifnee, danda’ee hin ilaaluu natti ifa akka aduuuu
walaloon yaada ofii ibsachuu Read More »
Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo
GABRUMMAA GARA GIIFTUMMAA Ummata hedduu biratti keessattu ummata Oromoo biratti seenaa intala Oromoo tokko jaarra 19ffaa keessatti akka gabratti biyyaa
Mahbuubaa/Birillee Read More »