Seenaa Abiishee Garbaa
Abishee Garbaa abbaa duulaa (mootii jechuunis ni danda’ama) ummata Oromoo naannoo horroo jiraachaa turee yoo ta’u goota beekkamaadha. Abbaan Abiishee Garbaa Hurruubaa
ADDOOYYEE
Addooyyeen, aadaa Oromoo keessatti, sirna ittiin durbi lama umurii isaanii guutuu obboleetti walii ta’uuf waada itti walii galani. Hiriyummaan uummata Oromoo biratti aadaa kabaja guddaa qabu. Aadaa hiriyummaa Oromoo keessaa…
wal shakkuun bu’aas miidhaas qaba garuu, shakkiin baay’isuun miidhaa fida.
Haadha manaafi abbaa manaa tokkotu wajjin jiraachaa ture. Haati manaa kun, “Otuun abbaa manaa koo dhiisee deemee akkam ta’aa laata?”
Gugee/Bullaallaa/Makoodii
#AMANAMUMMAA Bineensota jiran keessaa Gugeen baay’ee garramiidha. Garaan isaaniis afaan isaanis tokko. Wal hin gowwomsan. Afaaniin wal kuulaa boolla waliif
Afoola
Afoola kutaa 1ffaa Afoolli; jecha dhalootaa dhalootatti afaaniin darbaa dhufeedha. Ummatni duudhaa, aadaa, muuxannoo, mudannoo seenaa fi dhimma hawwaasummaa
walaloon yaada ofii ibsachuu
Sireerran bahe malee anoo ammayyuu hin ciifne yaadakee eeguuf malee Jaalallikee nan dhiifnee, danda’ee hin ilaaluu natti ifa akka aduuuu
Gorsa laachuu
Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo
Mahbuubaa/Birillee
GABRUMMAA GARA GIIFTUMMAA Ummata hedduu biratti keessattu ummata Oromoo biratti seenaa intala Oromoo tokko jaarra 19ffaa keessatti akka gabratti biyyaa
Masaraa mootummoota Itoophiyaa kan kiiloo 4 keessa maaltu jira?
Masaraan kuni hektaara 40 kan bal’atu yoo ta’u bal’ina isaarra kan ka’e bakkeewwan kana 5’tti hirani ilaalu. Tokkoffaa boroo masaraa
AMALOOTA JAALALA FAYYAA QABEESSA FIDAN KUDHAN(10)!
1. Jechoota kana sadan “Sin jaalladha”, “Galatoomi”, “Dhiifama” bakka isaan barbaachisan hundaatti utuu of hin qabiin fayyadamuu. 2. Yoo balleessaa
Hennaafi gosoota isaa
Hennaan yeroo taateen (gochi) wayii itti raawwatameefi raawwatamu kan ibsuudha. Yeroo raawwii waan tokkoo adda baasee kan ibsuudha. Akka walii
