Kana booda boru Anaaf hin jiru
Guyyaan boru kana booda anaaf akka hin jirre yeroo gahu, ijoolleen koo akka beekaniifi gonkumaa akka hin daganne nan barbaada,
GADAA KEESSATTI SEERRI UWWAA MAALII?
Akka Heera Gadaatti dubartiifi durbii woyyoma guddaa qabu.kanaaf,Oromoon dubartoota nikabaja;nisafeeffata.kanumaan walqabatee gadaan seera mirgaafikabaja dubartootaafi dubraa igtin eegsisu qaba.seerri kunis
Dur durii/oduu durii
Leencaafi waraabessa: Leencaafi waraabessatu waliin jiraatu turan. Leenci sangaa qaba. Waraabessi immoo sa’a qaba. Isaanis dabareedhaan walii tiksaa turan. Guyyaa
Nama sobduu ta’e ilaalanii adda baasuun ni danda’amaa?
Xiin-sammuu: Nama sobduu ta’e ilaalanii adda baasuun ni danda’amaa? Ilaaluun qofa nama sobduu ta’e addan baasu hin dandeessani. Oggeessoti xiinsammuu
SEENAA OROMOOTA SHAGGAR – FINFINNEE
Seenaan Oromoo Gullallee akkuma seenaa Oromoota kaanii nama gaddisiisa, nama boochisa, haaridhaan ilkaan nama ciniinnachiisee, xiiqii garaa nama kaayee, booree
Qubee koo!
ABCD… Qawween koo boraatiin koo Kan rasaasa liqimsu Yaada garaa koo keessaa Danda’ee naaf hin ibsuu Rasaasa itti guuttadhee Gaafan
Jechoota Safuu
Oromoon manni yoo gubate manni gubate hin jedhani gabbate ykn bishaantu keessa yaa’e jedha malee. Oromoon dubartii takka yoo ulfoofte
Kana Beektuu?
Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf daldala garbaa mormitee akka dhaabbatu kan goote biyya – Ispeenidha Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf
FAYYUMMAA XIIN-SAMMUU KEENYAAF MAAL HAA GOONU?
1) Namoota dhihoo keenya jiran waliin hariiroo cimsachuu: #Yeroo qobaa keenya taanu (manatti yeroo keenya dabarsinu)kanatti: namoota keenya jennuun waliin
Karaan kamiyyuu sigeessa furtuu galmaaqabaachuu
Namni bakka golii hin beekne akkamitti kubbaa galchuu danda’a?namni kallatti goolii hin beekne akkamitti gara gooliitti kubbaa dhiituu danda’a?hojiin keenya
JECHOOTA ROBERT MUGABE KEESSAA MURAASA.
DUBBISII IRRAA BARADHUU!! 1⃣.Yoo jaalalleen kee galgala galgala qofaa si waliin haasa’uuf ykn si waliin taphachuuf si barbaada/ddi ta’e ati
Jaalalli dhugaan isa kami?
Kan akka jalalaa jaalatamuufi faarfamu jira hinfakkaatu. Hundi jaalachuufi jaalatamuu fedha. Bineensotaafi allaattiis dabalatee. Jaalalli gammachuu qaba. Jaalalli, seeraan hin
Gorsa Fudhadhu Si Gargaara.
. Beekamuuf osoo hin taanee beekuuf hojjedhu! . Aariin afaan kee malee sammuu kee hin siyeessu! . Namoota sobduu heedduu
