Baacoo
1 Gaaftokko Hayilee Gabrasillaasee walakkaa magaalaa finfinnee dhaabbatee bilbilaan haasa’aa ture. Tasa osoo inni hin argin dargaggeessi hattuun tokko duubaan […]
1 Gaaftokko Hayilee Gabrasillaasee walakkaa magaalaa finfinnee dhaabbatee bilbilaan haasa’aa ture. Tasa osoo inni hin argin dargaggeessi hattuun tokko duubaan […]
Masaraan kuni hektaara 40 kan bal’atu yoo ta’u bal’ina isaarra kan ka’e bakkeewwan kana 5’tti hirani ilaalu. Tokkoffaa boroo masaraa
Masaraa mootummoota Itoophiyaa kan kiiloo 4 keessa maaltu jira? Read More »
1. Jechoota kana sadan “Sin jaalladha”, “Galatoomi”, “Dhiifama” bakka isaan barbaachisan hundaatti utuu of hin qabiin fayyadamuu. 2. Yoo balleessaa
AMALOOTA JAALALA FAYYAA QABEESSA FIDAN KUDHAN(10)! Read More »
Hennaan yeroo taateen (gochi) wayii itti raawwatameefi raawwatamu kan ibsuudha. Yeroo raawwii waan tokkoo adda baasee kan ibsuudha. Akka walii
Hennaafi gosoota isaa Read More »
Guyyaan boru kana booda anaaf akka hin jirre yeroo gahu, ijoolleen koo akka beekaniifi gonkumaa akka hin daganne nan barbaada,
Kana booda boru Anaaf hin jiru Read More »
Akka Heera Gadaatti dubartiifi durbii woyyoma guddaa qabu.kanaaf,Oromoon dubartoota nikabaja;nisafeeffata.kanumaan walqabatee gadaan seera mirgaafikabaja dubartootaafi dubraa igtin eegsisu qaba.seerri kunis
GADAA KEESSATTI SEERRI UWWAA MAALII? Read More »
Leencaafi waraabessa: Leencaafi waraabessatu waliin jiraatu turan. Leenci sangaa qaba. Waraabessi immoo sa’a qaba. Isaanis dabareedhaan walii tiksaa turan. Guyyaa
Dur durii/oduu durii Read More »
Xiin-sammuu: Nama sobduu ta’e ilaalanii adda baasuun ni danda’amaa? Ilaaluun qofa nama sobduu ta’e addan baasu hin dandeessani. Oggeessoti xiinsammuu
Nama sobduu ta’e ilaalanii adda baasuun ni danda’amaa? Read More »
Seenaan Oromoo Gullallee akkuma seenaa Oromoota kaanii nama gaddisiisa, nama boochisa, haaridhaan ilkaan nama ciniinnachiisee, xiiqii garaa nama kaayee, booree
SEENAA OROMOOTA SHAGGAR – FINFINNEE Read More »
ABCD… Qawween koo boraatiin koo Kan rasaasa liqimsu Yaada garaa koo keessaa Danda’ee naaf hin ibsuu Rasaasa itti guuttadhee Gaafan
Oromoon manni yoo gubate manni gubate hin jedhani gabbate ykn bishaantu keessa yaa’e jedha malee. Oromoon dubartii takka yoo ulfoofte
Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf daldala garbaa mormitee akka dhaabbatu kan goote biyya – Ispeenidha Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf
1) Namoota dhihoo keenya jiran waliin hariiroo cimsachuu: #Yeroo qobaa keenya taanu (manatti yeroo keenya dabarsinu)kanatti: namoota keenya jennuun waliin
FAYYUMMAA XIIN-SAMMUU KEENYAAF MAAL HAA GOONU? Read More »