wal shakkuun bu’aas miidhaas qaba garuu, shakkiin baay’isuun miidhaa fida.
Haadha manaafi abbaa manaa tokkotu wajjin jiraachaa ture. Haati manaa kun, “Otuun abbaa manaa koo dhiisee deemee akkam ta’aa laata?”
Gugee/Bullaallaa/Makoodii
#AMANAMUMMAA Bineensota jiran keessaa Gugeen baay’ee garramiidha. Garaan isaaniis afaan isaanis tokko. Wal hin gowwomsan. Afaaniin wal kuulaa boolla waliif
Afoola
Afoola kutaa 1ffaa Afoolli; jecha dhalootaa dhalootatti afaaniin darbaa dhufeedha. Ummatni duudhaa, aadaa, muuxannoo, mudannoo seenaa fi dhimma hawwaasummaa
walaloon yaada ofii ibsachuu
Sireerran bahe malee anoo ammayyuu hin ciifne yaadakee eeguuf malee Jaalallikee nan dhiifnee, danda’ee hin ilaaluu natti ifa akka aduuuu
Gorsa laachuu
Jaalala bituu hin yaalin jaalalli siin haabitu malee. Yeroo wal fakkaataa keessatti nama lama yoo jaallatte filannoonkee isa duraa osoo
Mahbuubaa/Birillee
GABRUMMAA GARA GIIFTUMMAA Ummata hedduu biratti keessattu ummata Oromoo biratti seenaa intala Oromoo tokko jaarra 19ffaa keessatti akka gabratti biyyaa
Masaraa mootummoota Itoophiyaa kan kiiloo 4 keessa maaltu jira?
Masaraan kuni hektaara 40 kan bal’atu yoo ta’u bal’ina isaarra kan ka’e bakkeewwan kana 5’tti hirani ilaalu. Tokkoffaa boroo masaraa
AMALOOTA JAALALA FAYYAA QABEESSA FIDAN KUDHAN(10)!
1. Jechoota kana sadan “Sin jaalladha”, “Galatoomi”, “Dhiifama” bakka isaan barbaachisan hundaatti utuu of hin qabiin fayyadamuu. 2. Yoo balleessaa
Hennaafi gosoota isaa
Hennaan yeroo taateen (gochi) wayii itti raawwatameefi raawwatamu kan ibsuudha. Yeroo raawwii waan tokkoo adda baasee kan ibsuudha. Akka walii
Kana booda boru Anaaf hin jiru
Guyyaan boru kana booda anaaf akka hin jirre yeroo gahu, ijoolleen koo akka beekaniifi gonkumaa akka hin daganne nan barbaada,
GADAA KEESSATTI SEERRI UWWAA MAALII?
Akka Heera Gadaatti dubartiifi durbii woyyoma guddaa qabu.kanaaf,Oromoon dubartoota nikabaja;nisafeeffata.kanumaan walqabatee gadaan seera mirgaafikabaja dubartootaafi dubraa igtin eegsisu qaba.seerri kunis
